Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Yaaballootti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Godina Booranaa Naannoo filannoo Yaaballootti meeshaaleen filannoo raabsamaa jira.

Naannoo filannoo Yaaballootti buufataalee filannoo183 kan jiru yoo ta’u, meeshaaleen filannoo raabsamaa jiraachuu itti gaafatamaan Naannoo filannoo Yaaballoo obbo Saamsoon Xilaahun ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.