Fana: At a Speed of Life!

Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam sagalee kennan

Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Naannoo Filannoo 24tti argamuun sagalee isaanii kennan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.