Fana: At a Speed of Life!

Tapha Faransaay fi Seeneegaal…

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa bara 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Meeksiikoofi Kaanaadaan gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aas taphoonni marsaa jalqabaa itti fufanii ni taphatamu.

Ramaddii 9 jalatti kan argamtu Faransaay Seeneegaal waliin har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee ni taphatti.

Ramaddii dhuma kana jalatti kan argaman Iraaq fi Noorweey halkan sa’aatii 7:00 irraa eegalee kan taphatan ta’a.

Ramaddii 10 jalatti kan ramadaman Arjantiinaa fi Aljeeriyaan ammoo halkan sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.