Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaantiin Burundii Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee,Waxabajjii 17, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Burundii fi Dura Taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Eevaariistin Nidaayishimiyeen Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammadanii dabrsaniiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa injifachuu isaanii hordofee Pireezidaanti Eevaariistin Nidaayishimiyeen ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.