Fana: At a Speed of Life!

Ajandaa 6ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata?

Ajandaa 6ffaa – Dhimmoota Hawaas diinagdee, akkasuma Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaa

6.1 Dhimmoota Hawaas diinagdee

6.1.1Gaaffilee Dhimma dubartootaa fi isaan walqabachuun dhiyaatan

6.1.2 Bulchiinsa qabeenyaa fi Haqa qabeessummaa Qoodinsa qabeenyaa

6.1.3 Qabiyyee Lafaa fi Abbummaa

6.1.4.Bakka bu’iinsa lakkoofsa ummataa fi buchiinsa hammataa

6.1.5 Tajaajiloota Hawaasummaa (Fayyaa, Barnootaa fi sadarkaa jireenyaa)

6.1.6 Mirgoota Hojjetaa fi haala hojii haqa qabeessa

6.1.7 Misooma Waaraa fi Eegumsa naannoo

6.1.8 Mirgoota fi faayidaa Qabeenya Uumamaa waliif qooduu

6.1.9 Diinagdee, Invastimantii fi oomishtummaa hunda hammate

6.1.10 Carraa Hojii fi wabii Hawaasummaa

6.2. Dhimmoota Qonaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaa

6.2.1 Fayyadamummaa, Hirmaannaa fi walqixummaa Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee bultootaa guddisuu

6.2.2 Uwwisa Galteewwan qonnaa yeroo fi haqa qabeessummaan argachuu ilaalchisee.

6.2.3 Heera Mootummaa Keeyyata 40 keeyyata xiqqaa 5 fi Keeyyata 41 keeyyata xiqqaa 8 jalatti jecha ‘tikfattoota’ jedhamuun moggaame ilaalchisee

6.2.4 Carraa Gabaa Bilisaa fi walitti hidhamiinsa gabaa uumuu

6.2.5 Misooma waloo Hawaasa Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee bultootaa fi deeggarsa diinagdee

6.2.6 Imaammata misoomaa haala jireenyaa qonnaan bultootaa giddugaleeffate.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.