Galmi guddaan misooma Koriidarii haala jireenya lammiilee mijataa fi ammayyaa taasisuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee,Waxabajjii 26, 2018 (FMC) – Galmi guddaan misooma Koriidarii haala jireenya lammiilee mijataa fi ammayyaa taasisuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Piroojektiin Misooma Koriidarii Magaalaa Aarbaa Minci daandii Asfaaltii ammayyaa, Ifaa fi Iskiriiniwwan diijitaalaa kan hammate yoo ta’u, bakkeewwan xumuraman tajaajila kennuu eegalaniiru jedhan Dooktar Abiy Ahimad.
Bu’uuraalee misoomaa ammayyaa misooma magariisaa waliin walitti hidhuun hojiileen mijattummaa magaalota keenya mirkanesssuun cimee itti fufa jedhan.
#Oromia #Ethiopia