Fana: At a Speed of Life!

Jilli hawaasa dippiloomaasii Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaan

Finfinnee,Waxabajjii 27, 2018 (FMC) – Jilli Hawaasa Dippiloomaasii teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasifatan Magaalaa Laallibalaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaaniiru.

Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa fi itti gaafatamtoonni dhaabbilee idil addunyaa Mooraa Manneen Amantaa Kiristaanaa Laallibalaa keessatti biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.

Hawaasni kunneen daawwannaaf bakkichatti kan argaman yoo ta’u, har’a sagantaa biqiltuu dhaabuu raawwataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.