Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa Federeeshinii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin mari’ataniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Federeeshinii Raashiyaa Sargeey Laavroov daawwannaa hojiif Finfinnee galuun ni yaadatama.
Ministiroonni lamaan dhimmoota Siyaasaa, Diinagdee fi Dippiloomaasii irratti mar’ataniiru.
Dhimmoota waqtaawaa idil addunyaarrattis yaada waljijjiiraniiru.
Andu’aalem Tasfaayeetiin
#Oromia #Ethiopia