Fana: At a Speed of Life!

Maanchiister Yuunaayitiid Andireey Saantoos mallatteessifate

Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid taphataa sarara gidduu Andireey Saantoos mallatteessifateera.

Lammii Biraaziil kana Paawundii miiliyoona 48 fi ga’umsi isaa ilaallame kan dabalamuu Paawundii miiliyooa 2’n mallatteessifateera.

Taphataan sarara gidduu umrii waggaa 22 Andireey Saantoos hanga bara Faranjootaa 2031tti Maanchiister Yuunaayiitiid turuuf mallatteessera.

Andireey Saantoos bara Faranjootaa 2023 Paawundii miiliyoona 10.2’n Kilaba Lixa Landan Cheelsiitti makamuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.