Af-yaa’iin Paarlaamaa Rippaabliika Azerbaajaan Dooktar Saahibaa Gaafaarovaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018 (FMC) — Pirezidaantiin Paarlaamaa Rippabiliika Azerbaajaan Dooktar Saahibaa Gaafaarovaan, Yaadannoo Injifannoo Adwaa, kan mallattoo cichoominaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaanii keessatti, qabeenyawwan seenaa yaadannoo kana keessa jiran fi hojiiwwan ogummaa injifannoo Adwaa yaadachiisan daawwataniiru.
#Oromia #Ethiopia