Magaalaa Naqamteetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamtetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira.
Duula Kanaan biqiltuun kumni 61 fi 984 ni dhaabbatu jedhameera.
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia