Fana: At a Speed of Life!

Tootenhaam yeroo 2ffaaf walitti aansuun injifatame

Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan Tootenhaam Niwuukaasiliin injifatameera.

Tapha galgala kana sa’aatii 1:30 eegalee taphatameen Niwuukaasiil galchii 2 fi 0’n Tootenhaam injifateera.

Tootenhaam tapha torbee jalqabaan Bireentifoordiin galchii 3 fi 0’n injifatamuun kan yaadatamuudga.

Kanaanis gabatee Piriimeerl Liigichaan sadarkaa dhumaarra turuuf dirqameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.