Fana: At a Speed of Life!

Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan

Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan iru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasa ‘X’ irratti ergaa barreessaniin, maqaa Mootummaa fi uummata Itiyoophiyaatiin, du’a Mootii Haaraald 5ffaa ilaalchisuun gadda guddaa isaanitti dhaga’ame Mootii kabajamaa Haakoon 8ffaa, maatii, Mootummaa fi uummata Noorweeytiif ibsaniiru.

“Noorweey michuu cimaa Itiyoophiyaa ti; yeroo rakkisaa kana keessattis uummata Noorweey cinaa dhaabbanna,” jechuun ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.