Fana: At a Speed of Life!

Maanchister Yunaayitid fi Evertan Walqixa Ba’an

Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Torban sadaffaa Piriimer Liigii Ingiliziin, Maanchister Yunaayitid fi Evertan galchii 2-2n walqixa ba’aniiru.

Maanchister Yunaayitidiif Biriyaan IMbeemoo fi Benjaamin Sheeshkoo galchiiwwan lakkoofsisaniiru.

Evertaniif ammoo Taayrik Joorji fi Miitlaand Neels galchaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.