Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kaazaakistaan waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 3, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii BRICS cinatti Pireezidaantii Kaazaakistaan Qaasiim Joomaarti Tookaayeev waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Yaa’ii 18ffaa BRICS oolmaa guyyaa 2ffaa gaggeeffamaa jiru cinaatti Diijitaalaayizeeshinii, Daldalaa fi Invastimantii, akkasuma dameewwan Raayyaa Ittisaarratti carraa tumsaan hojjechuuf jiran babal’isuu fi michummaa biyyoota lamaanii dhimmoota caalmaatti guddisuuf dandeessisanirratti mari’anneerra jedhan Dooktar Abiy Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.