Fana: At a Speed of Life!

Feestivaalli Goobee fi Shinooyyee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti kabajame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2019 (FMC) — Feestivaalli Goobee fi Shinooyyee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti akkaataa duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajameera.

Hoggantoota kutaa magaalichaa, gurmaa’insi foollewwan kutaalee magaalaa Finfinnee, Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee saganticharratti argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.