Waaliyaawwan har’a gita isaanii Sudaan Waliin taphatu
Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata.
Taphni ramaddii jalqabaa kun har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee Istaadiyeemii Biyyaalessaa Sudaan Kibbaa Juubaatti taphatama.
#Oromia #Ethiopia