Dooktar Abiy Ahimad muudamoota adda addaa kennan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
1. Obbo Adam Faaraah sadarkaa Itti aanaa Ministira Muummeetti Qindeessaa ijaarsa sirna Dimookiraasii,
2. Ambaasaaddar Batiree Mangistuu Itti Gaafatamaa Waajjira Muummee fi Ministira Dhimmoota Kaabinee
3. Aadde Innaataalem Mallas Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa,
4. Obbo Fiqaaduu Tasammaa Ministira Waamamaa Olaanaa Mootummaa taasisuun muudaniiru.
#MootummaaIda‘amuu