Fana: At a Speed of Life!

Ittaantuun Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Jeen Muhaammad Finfinnee galan

Finfinnee, Fulbaana 28, 2019 (FMC)- Ittaantuun Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Jeen Muhaammad daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
 
Amiinaa Jeen Muhaammad wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Boolee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simatamaniiru.
 
Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayee wayita kana daawwannaan Amiinaa Jeen Muhaammad dhimmoota waloo Itiyoophiyaafi Mootummoonni Gamtoomanii dursa kennaniif irratti mari’achuuf ta’uu ibsaniiru.
 
Kana malees tumsa waggoota dheeraa waliin qaban cimsuuf carraa dabalataa kan uumu ta’uu eeruu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
 
#MootummaaIda’amuu 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.