Dooktar Abiy Ahimad Goondaritti Masaraa Faasiil daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Goondaritti Masaraa Faasiil daawwataniiru.
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadi fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon, Pireezidaantii Gaanaa Joon Diraamaanii Mahaammaa fi hoggantoota olaanoo biroo waliin ta’uun Masaraa Faasiil daawwataniiru.
#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa