Bulchiinsi Magaalaa Maqalee Bulchitoota Kutaalee Magaalaa Torbanii Muude
Finfinnee, Onkoloolessa 17, 2019 (FMC) — Kantiibaan Magaalaa Maqalee Dooktar Shishaay Amaare, bulchitoota kutaawwan magaalattii torban ji’oota jahan itti aananiif bulchan muudaniiru.
Haaluma kanaan;
1. Obbo Geetaachoo Gabratsaadiq Gabirahiiwwat — Bulchaa Kutaa Magaalaa Hadinnat.
2. Obbo Kaal’aayyuu Haayiluu Lammaa — Bulchaa Kutaa Magaalaa Kaabaa.
3. Aadde Gennat Nugus Hiluuf — Bulchaa Kutaa Magaalaa Aaddii Haaqii.
4. Saamraawiit Giday Sibhaatuu — Bulchaa Kutaa Magaalaa Qadaamaay Wayyaanee.
5. Obbo Mabraahitan Gabramadihin Hindayyaa — Bulchaa Kutaa Magaalaa Ahidar.
6. Obbo Abbaadii Gabragzaabiher Gabruu — Bulchaa Kutaa Magaalaa Kuhaa.
7. Dubree Lattabirhaan Hintsaa
Gabrigiyoorgis — Bulchaa Kutaa Magaalaa Haawaltii ta’uun muudamuu isaanii ENA’n gabaaseera.
#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #Mul’ataGuddaa