Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad konfiraansii Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5ffaa cinaatti Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu waliin mari’ataniiru.

Hariiroo biyyoota lameenii baroota dheeraa ture caalmaatti cimsuu fi dameewwan faayidaa waloo qaban irratti tumsa isaanii babal’isuu dhimmoota dandeessisanirratti mari’achuu Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.