Oduu biyya keessaa Labsiin hoggansa sodaa balaa ragga’e Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) – Labsiin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa meeshaa filatamaa ilaacha gargaaramtummaa irraa ce’uun olaantummaa biyyaa guutuu mirkaneessuuf gargaaruudha…
Uncategorized Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Arafaa( Iid Al Adahaa) 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan. Duudhaaleen lama…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa argachuuf taasistu Ameerikaan ni deeggarti- Ambaasaaddar… Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Tattaaffii Itiyoophiyaan ulaa galaanaa karaa nagaafi dippiloomaasiin argachuuf taasistu mootummaan Ameerikaa ni deeggara jedhan Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa’an Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirs Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Naataash Piirs daawwannaa hojiif guyyaa kaleessaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC)- Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee 47ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse. Jalqabarra manni marichaa kan mari’ate Wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC) – Hojiileen magaalaa Baahirdaar magaalaa mijattuu taasisan hojjetamaa jiru jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Uummanni qaamolee odeeffannoo sobaan jeequmsa uumuuf yaalaniin shororkaa’uu hin qabu- Mahaammad… Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Uummanni odeeffannoo sobaa qaamoleen nageenya Itiyoophiyaa hin barbaanne tamsaasaniin shororkaa’uu akka hin qabne Ministirri Ministeera Nagaa Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Poolisiin hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate. Poolisiin magaalichaa yakkoota…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii teeknooloojiitti fayyadamuun hawaasni tajaajila si’ataafi qaqqabamaa akka… Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bu'aafi dhiibbaa teeknooloojiin sirna seeraa Itiyoophiyaa keessatti qaburratti sinpooziyeemii qorannoo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hanqinaalee misooma fayyaa qoraa jiran furuuf hojjechaa jira- Piroofeesar Natsannat… Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) –Mootummaan hanqinaalee misooma fayyaa qoraa jiran adda baasuun hirmaannaa hunda galeessa ta'een furuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira jedhan Hoggantuun…