Baatiiwwan 9 darban manneen barnootaa idileen duraa kumni 1 fi 250 ijaaramuun ibsame
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Baatiiwwan 9 darban manneen barnootaa idileen duraa kumni 1 fi 250 ijaaramuu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan.…