Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaa fi Seenessa Waloo Ijaarsa Biyyaaf Ayana Dheressa Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC)- Marii fi duudhaalee Ida’amuutiin seenessi waloo ijaaramu Itiyoophiyaa jabduu, badhaatuu fi mana hundaa taate dhugoomsuuf dandeessisa. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira- Komishinicha Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira jedhan Komishinarri Komishinii Farra Malaanmatummaa Federaalaa Dooktar Saamu’eel Urqaatoo.…
Oduu biyya keessaa Hojiin ajandaalee wal simsiisuu cimee itti fufeera- Komishinicha Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Hojiin ajandaalee wal simsiisuu cimee itti fufeera jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa. Gareewwan miseensota 500 qaban saddettan guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa badhaadhina waloo naannawichaaf bu’uura Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan biyya ummata miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 ol qabduu fi guddina diinagdee saffisiisaa galmeessisaa jirtudha. Guddina diinagdee ishee kana…
Oduu biyya keessaa Har’a Koolleejjii Poolisii Magaalaa Finfinneetti qondaaltota Poolisii marsaa 2ffaan leenji’aa turan… Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Har’a Koolleejjii Poolisii Magaalaa Finfinneetti qondaaltota Poolisii marsaa 2ffaan leenji’aa turan 864 eebbisiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Finfinnee magaalaa Tuurizimii Konfiransii Idil-addunyaaf mijattuufi filatamtuu taate Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Bu'uuraaleen misoomaa ammayyaa fi miidhaginni uumamaa walitti dabalamuun Finfinnee giddugala tuurizimii konfiransii idil-addunyaaf mijattuu godhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Waliingahiinsa anniisaa soolaarii cimsuuf hojjetamaa jira- Ministeericha Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Fayyadamummaa anniisaa soolaarii guddisuuf hojiin eegalame cimee itti fufa jedhe Ministeerri Bishaanii fi Inarjii. Pirojektoonni anniisaa soolaarii…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa garaagarummaa furuun nageenya waaraa mirkaneessuuf dandeessisa –… Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Mariin biyyaalessaa wal-dhabdeewwan baroota dheeraaf turan furuun nageenya waaraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhan jiraattonni Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi waliigaltee biyyaalessaa kan cimsudha – Hirmaattota Ayana Dheressa Aug 15, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyaalessaa geggeeffamaa jiru seenaa Itiyoophiyaa keessatti boqonnaa haaraa kan baneefi waliigaltee biyyaalessaa kan cimsu waltajjii…
Oduu biyya keessaa Qabsoon farra malaanmaltummaa ajandaa idilee ummataa fi mootummaa ta’ee itti fufuu qaba Ayana Dheressa Aug 14, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) - Qabsoon farra malaanmaltummaa ajandaa idilee ummataa fi mootummaa ta'ee itti fufuu qaba jedhan Af-yaa'ii Itti-aantuun Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa…