Fayyaa Finfinnee Giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf…. Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Guyyaa har’aa Kompileeksii Meedikaalaa Niwu Laayif eebbisuun hojii eegalchiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Aadaa Siyaasaa Haaraa… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Ijoolleen Itiyoophiyaa kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti babba’an guyyoota 40’f walitti aansuun waltajjii tokkorratti mari’achuun, yaada wal jijjiiruun seenaa haaraa barreessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Biyya qajeeltoo “Rakkoo Afrikaaf Furmaata Afrikaa” jedhu qabatamaan mirkaneessite Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018 (FMC)- Injifannoowwan gurguddoon tokko tokko dirree waraanaa irratti hin galmeeffaman; seenaan tokko tokko sagalee rasaasaan osoo hin taane, marii fi…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Biyyaalessaa fi Ifa Bara Haaraa Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC) - Yaa'iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan xumuramuun, cimina biyyaattii, ogummaa uummata ishee fi ga’umsa hiree ishee ofiin murteeffachuu…
Fayyaa Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan sosochii qaamaa… Ayana Dheressa Aug 23, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti sosochii qaamaafi adeemsa miillaa gaggeessaa jiru. Adeemsi…
Fayyaa Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira- Dooktar… Ayana Dheressa Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan. Konfiraansiin…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 oomishtoonni kumni 4 ol gara hojiitti galaniiru- Ministeericha Ayana Dheressa Aug 21, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Bara 2018 keessa oomishtoonni kumni 4 fi 400 gara hojiitti galaniiru jedhe Ministeerri Indaastirii. Ministeerichi raawwii karoora bara 2018 gamaaggamaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati- Mari’attoota Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati jedhan dargaggoonni yaa’icharratti hirmaatan. Yaa’iin marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila lammummaa badhaadhina maatii dhugoomsaa jiru… Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018(FMC)- Hojiin Tajaajila Lammumaa hojii humna, faayidaa fi fedhii hawaasaan hojjetamudha. Akka biyyaatti hojii kanaaf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 eegale Ayana Dheressa Aug 20, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 guyyaa har’aa eegaleera. Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon galmee…