Bara baajata 2017 piroojektiiwwan Kumni 27 xumuraman -Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Bara baajataa 2017’tti piroojektiiwwan garaagaraa kumni 27 xumuramuu Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…