Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba’an waliin mari’ataniiru.

Mariiin kun marii sadarkaa godinaalee, magaalotaafi naannooleetti gaggeeffamaa ture itti fufuun guyyaa har’aa sadarkaa federaalaatti gaggeessineerra jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Waltajjichi dhimmoonniifi yaadonni damee daldalaarratti sadarkaa sadarkaan walitti qabaman qophii karoora biyyaalessaafi galmoota misoomaaf galtee ta’uun akka hammatamaniif qophaa’uu hubachiisaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.