Ispoortii Maanchistar Yuunaayitid Maanchister Siitii injifate Ayana Dheressa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 22ffaan Maanchistar Yuunaayitid Maanchistar Siitii galchii 2 fi 0’n injifateera. #Oromia #Ethiopia…
Oduu biyya keessaa Kooridariin baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba-… Ayana Dheressa Jan 17, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2018 (FMC) – Misoomni Kooridarii baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti-… Ayana Dheressa Jan 16, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan badhaadhina egeree ilaalcha keessa galchuun damee faayinaansii ammayyeessaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Ispoortii Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Pirezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakir Maayaardiit waliin mari’ataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa shiftoota maqaa Faannoon… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf…
Oduu biyya keessaa Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa-… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tattaaffiin magaalaa Finfinnee giddugala daldalaafi invastimantii taasisuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Shawaa Kaabaatti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbame Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Giraar-jaarsootti Oomishni Xaafii Buusaa Gonofaa sassaabbamee gumbiitti galaa jira jedhe Waajjirri Buusaa Gonofaa Damee…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoowwan marii biyyaalessaa waliinga’uuf kutannoo dhaabbilee… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Dhaabbileen sosochii hojii Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dabalatee odeeffannoowwan komishinichaa hawaasa biraan gahuuf kutannoon ni hojjenna…
Teeknooloojii Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa- Dooktar Ergoogee… Ayana Dheressa Jan 14, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar…