Leenjichi nageenya sayibariif qooda olaanaa qaba- Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) –Leenjiin Kalaqa Saayibarii Waqtii Gannaa nageenyaafi birmadummaa saayibariif qooda olaanaa qaba jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya…