Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa milkiin xumurame Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan milkiin xumuramuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise. Ayyaanichi bakka uummanni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf qindoominaan akka hojjetan… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf dhaabbileen hojimaata qindaa’aafi walsimu hojiirra oolchuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura tokkummaa kan qabuudha- Obbo Dastaa Leeddaamoo Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura Ida’amuu, Walkabajaafi tokkummaa of keessatte kan hammate ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache-… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana xabboo Uummanni Sidaamaa badhaadhina Itiyoophiyaaf gumaache ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid Alfaxir Waggaa 1446ffaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 100'f maaddii qoodeera. Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC)-Pireezidaantonni naannolee garaagaraa Ayyaana jijjiirraa baraa Uummata Sidaamaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Iraan damee indaastirii oomishaan haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’atan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan Ambaasaaddar Alii Akbaar Razeel waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarota humna elektirikaan hojjetan hojiirra oolchuuf waliigalteen mallattaa’e Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiypoophiyaa fi Aviyeeshiniin Archar dameewwan garaagaraarratti tumsaan hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa FMC fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii biyyaalessaa Chaayinaa tumsaan hojjechuuf waliigaluun ibsame. Hoji…
Oduu biyya keessaa Jaappaan Itiyoophiyaaf xaa’oo kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasiste Ayana Dheressa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Jaappaan Oomishtummaa Qonnaa Itiyoophiyaa deeggaruuf xaa’oo Yuuriyaa kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasise. Ministir Deetaan Ministeera…