Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf teessoo 438 injifate

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2018 (FMC)- Filannoo Waliigalaa 7ffaan Paartiin Badhaadhinaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf teessoo 438 injifateera.

Walitti Qabaa Ittaanaan Boordii Filannoo Biyyaalessaa Tasfaayee Niwaay bu’aa filannoo waliigalaa 7ffaa ifoomsaniiru.

Paartiilee siyaasaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dorgomaan keessaa Paartiin teessoo olaanaa argate Mootummaa ijaaruu akka danda’u ni beekama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.