Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo itti dabaluun biyya…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Kutannoo, Obsaafi Seerota biyyaalessaa kabajuuniifi tattaaffii waloo keenyaa itti dabaluun biyya hiyyummaarraa walaba taate uumuu ni dandeenya jedhan…