Kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoonni guyyoota 90 eebbifaman
Finfinnee, Eebla 10, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqoositti piroojektoonni guyyoota 90 eebbisiifamaniiru.
Warshaan daabboo Barakat guyyaatti daabboofi keekii kuma 300-…