Ispoortii Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0 Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an. Tapha ramaddii 4ffaan…
Oduu biyya keessaa Manni Kitaabaa Abrihoot halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluufi Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot guyyaa boruu irraa eegalee halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame. Manni…
Biiznasii Caalbaasiin Warshaalee Sukkaaraa 8 gara dhuunfaatti naannesuuf ba’e baatii tokkoof dheerate Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Caalbaasii Mootummaan warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf baase baatii tokkoof dheerachuu ibsameera. Hirmaannaa abbootiin qabeenyaa…
Biiznasii Xiyyeeffannoon qonnaaf kenname qulqullina oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu ibsame Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Xiyyeeffannoon addaa damee qonnaaf kenname qulqullinaafi dhiyeessaa oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu Waldaan Ergitoota Midhaan Dheedhiifi…
Idil Addunyaa Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa 22ffaa guyyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu. Ramaddii 3ffaa jalatti kan ramadaman Arjentiinaafi Saa’ud…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Manni Barnootaafi Siidaan Leetanal Koloneel Abdiisaa Agaa eebbifame Ayana Dheressa Nov 22, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataatti, Manni Barnootaafi Siidaan Leetanal Koloneel Abdiisaa Agaa eebbifame. Siidaa fi Manni Barnoota Leetanal…
Oduu biyya keessaa Embaasiin Chaayinaa magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Embaasiin Chaayinaa meeshaalee elektirooniksii fi tajaajilaa garaagaraa hojiimaata magaalichaa cimsan deeggarsa taasisuu ibsame. Deeggarsi embaasichi…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne. Deeggarsicha Ministirri…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol marsaa lamaan gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Dhangaalee misoomaa” gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Maaddii Madaallawaa” gaggeeffameera. Saganticharratti Ministira Ministeera Jallisiifi Naannawaa…