Idil Addunyaa Namoonni miiliyoonni 50 garbummaa ammayyaa jala jiru- DhMG Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Addunyaarra namoonni miiliyoonni 50 gabrummaa ammayyaa jala jiraachuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Waggoottan dhiyoo as baayyinni…
Idil Addunyaa Injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Waraana Raashiyaafi Yuukireeniin walqabatee injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaafi deeggartoota ishee jiraachuu ibsame.…
Ispoortii Inistiraakter Abraaham ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudaman Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kilaboota garaagaraa keessatti leenjisummaan tajaajilaa kan turan Inistiraakter Abraaham Maabraatuun ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudamaniiru. FIFA…
Idil Addunyaa Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa dhiyeessuun sarara diimaa dabarteetti- Raashiyaa Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Jarman Yuukireeniif meeshaa waraanaa garagaraa dhiyeessuun sarara diimaa darbiteetti jette Raashiyaan. Jarmanitti ambaasaaddarri Raashiyaa Sargeey…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad Jiraattota godina Afdeer waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaafi qaamolee nageenyaa godina Afdeer waliin dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti…
Oduu biyya keessaa USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID Komishinii Mirga Namoomaa Ityoophiyaaf konkolaattota 8 deeggarsa taasise. Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannonni mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan hiikaman Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa mana hidhaa Taanzaaniyaa keessa turan hiikamuu Taanzaaniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise. Lammiileen kunneen tibbana mana…
Fayyaa Fayyaafi Miila Hiikkannaa Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Bakkeewwan qabeenya uumamaan badhaadhanitti miila hiikkannaa taasisuun fayyummaa namaaf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu ibsame. Yeroo dheeraaf bakkeewwan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddarichi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Quwaataarritti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Feyisal Aliyyiin Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Kuwaataar Sulxaan Biin Sa’id Almiriihi waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin waloo Komishinii Ministiroota Ityoophiyaafi Aljeeriyaa Finfinneetti gaggeeffama jedhame Ayana Dheressa Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015(FBC)- Walga’iin waloo Komishinii Ministiroota Ityoophiyaafi Aljeeriyaa baatii kana keessa magaalaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame. Pireezidaantiin…