Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessa qurxummii eebbifame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessaafi gurgurtaa qurxummii eebbifameera. Giddugalichi qabeenya qurxummii naannichaa karaa ammayyaan misoomsuufi itti…
Oduu biyya keessaa Tajaajila geejjibaa uummataa irratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Tajaajila geejjibaa uummataa qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistikii beeksise. Fooyya’iinsichi konkolaattota…
Biiznasii Waldichi ji’oottaan 5’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Waldaan Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutii ji’oottan 5’n darbanitti galii Birrii Biiliyoona 2.5 argachuu beeksise. Hojii raawwachisaan Waldichaa Obbo Abduu Zannabaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa gaggeessuu gabaafame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Chaayinaan dhiyeenya Taayiwaanitti shaakala loltummaa dabalataa gaggeessuu beeksiste. Beejiing yeroo baatii tokko hin guunne keessatti kan ammaa dabalatee dhiyeenya…
Oduu biyya keessaa Injinar Taakkalaa Uumaan adeemsa ijaarsa warshaa warqee Kurmuuk daawwatan Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan adeemsa ijaarsa warshaa warqee Kurmuuk daawwatan. Warshichi karoora oomisha warqee sadarkaa dhaabbilee…
Biiznasii Baankichi tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii… Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisaa “Koopbank Alhuda” irratti waltajjii hubannoo cimsuu fi marii gaggeessaa jira. Baankichi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame. Manni Marichaa obbo Qaabatoo Albee Af-Yaa’ii, Aadde Tsahaay Dabalee ammoo Ittaantuu Af-Yaa’ii taasisuun…
Oduu biyya keessaa Qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraa bakka ijaarsa manaa baasuu… Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Waggoota hedduuf biyyaa fi ummata amanamtummaa fi gootummaan kan tajaajilan qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraan bakka ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee kan bade… Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee kan bade Kiidanaa Zakkaariyaas Sudaanitti to’annoo jala ooluu …
Oduu biyya keessaa Ministeerichi bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 12.8 bituu ibse Ayana Dheressa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 12.8 bituu ibseera. Kanneen keessaas kuntaalli kumni dhibbi 5 xaa’oo biyyee…