Teeknooloojii Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ eegalchiise Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ jedhamu eegalchiise. Tajaajilichaan dhaabbileen ragaalee garaagaraa daataa beezii Ityoo-Telekoom irraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan. Buufatichi…
Idil Addunyaa Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka… Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ameerikaan loltootashee daangaa Yuukireen irra qubachiisuu hordofee tarkaanfii deebii fudhachuu akka dandeessu Raashiyaan akeekkachiisuu gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoonni Piroojektoota magaalaa Finfinnee daawwachaa jiru Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni miidiyaalee garaagaraarraa walitti babba’an Piroojektoota garaagaraa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaa jiran daawwachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f re’oonni 652… Ayana Dheressa Oct 27, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Godina Booranaa Aanaa Dilloo ganda Arbaleetti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f sirna Buusaa Gonofaatiin re'oonni 652 kenname.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin hoggantoota Yuuniskoofi Dhaabbata Tumsa Barnootaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin hoggantoota Yuuniskoofi Dhaabbata Tumsa Barnootaa waliin…
Oduu biyya keessaa Gatii shaqaxaalee tasgabbeessuuf dandeettii biyya keessaa haalaan fayyadamuun barbaachisaadha… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Biyyattiitti gatii shaqaxaalee tasgabbeessuuf dandeettii biyya keessaa haalaan fayyadamuun barbaachisaa ta’uu ogeeyyiin diinagdee ibsan. Ogeeyyiin…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii fudhatameen hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT adda waraanaa hundatti harka kennachaa… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Tarkaanfii Raayyaan Ittisa Biyyaa fudhateen hidhattoonni garee shororkeessaa ABUT adda waraanaa hundatti harka kennachaafi bittinnaa’aa jiraachuu…
Waajabila Faanaa Guyyaa har’aa sa’aatii 11:30 irraa eegalee gaaddiddeessi aduu kan uumamu ta’uu gabaafame Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sa’aatii 11:30 irraa eegalee gariin gaaddiddeessi aduu kan uumamu ta’uu gabaafameera. Waggaa kana keessa yeroo 2ffaaf gariin…
Waajabila Faanaa Maanguddoon waggoota 50f dhaqna isaanii osoo hin dhiqatiin turan boqotan Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Maanguddoon waggoottan 50 darbaniif dhaqna isaanii osoo hin dhiqatiin jiraatan umrii waggaa 94’tti addunyaa kanarraa du’aan boqochuu gabaafame.…