Idil Addunyaa Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudamuu gabaafame. Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz duraaniifi hoggantuu Paartii…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuufi Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuuf ta’uu gabaafame. Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti …
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenya lammiilee eegsisuufi dhiyeessii deeggarsa namoomaa mirkaneessuuf hojjechaa jira-… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Mootummaan nageenya lammiilee eegsisuufi dhiyeessii deeggarsa namoomaa mirkaneessuuf kutannoon hojjechaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waloo Koomishinarootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Yaa'iin waloo Koomishinarootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaan Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaan qophaa'e Magaalaa Finfinnee hoteela Intar- Leegizhariitti…
Oduu biyya keessaa Sababa hojiifi hojjetaa walquunnamsiisuun ejensiiwwan sarbama mirga namoomaa raawwatan jiraachuu… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Sababa hojiifi hojjetaa walquunnamsiisuun ejensiiwwan sarbama mirga namoomaa raawwatan jiraachuu Biiroon Hojii Intarpiraayiziifi Misooma Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Biyyaalessaa Imaammata Baankiifi Inshuraansirratti dhaabbilee faayinaansii waliin… Ayana Dheressa Oct 25, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Imaammata Baankiifi Inshuraansii Mana Maree Ministirootaan ragga’e akkasumas fooyyessa wixinee labsii Baankiifi Inshuraaniirratti…
Oduu biyya keessaa Hojiin suphaa sarara elektirikaa Waldiyaa-Allaamaaxaa eegale Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Hojiin suphaa sarara elektirikaa Waldiyaa-Allaamaaxaa abbaa Kiiloovooltii 230 sababa walitti bu’iinsa kaaba biyyattiin miidhaan irra gahee ture …
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 130’tti shallagaman to’ataman Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 30tti shallagaman to’atamuu ibsame. Torban darbe hordoffii taasifameen…
Teeknooloojii Dhaabbileen lameen kaffaltiin tajaajila galmeessaafi eeyyamaa daldalaa gama Teeleebirriin akka… Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoomiifi Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa kaffaltiin tajaajila galmeessaafi eeyyamaa daldalaa Teeleebirriin akka…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…