Dargaggoo “Nama gargaaruuf nama ta’uun gahaadha” jedhu dhugoomse
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Dargaggoon Abbush Badhaanee galii kophee qulqulleessuun aragturraa namoota harka qalleeyyii 20’f deeggarsa uffata qorraa taasise.
Dargaggoon Abbush…