Oomishaa bunaa guddisuuf deeggarsi taasifamu cimee itti fufa-Obbo Dassittaa Leeddaamoo
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oomishaafi qulqullina bunaa guddisuuf deeggarsi qonnaan bultootaaf taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassittaa…