Fayyaa Faayidaa Shaayii magariisni fayyaaf qabu Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Shaayii magariisa dhuguun hanga sukkaaraa dhiiga keessaa to’achuu dabalatee fayyaaf faayida hedduu qabaachuu qorannoon ifoomse. Shaayii magariisni…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti barattoonni kumni 361 ol qormaata seensa Yuunifarsiitii ni fudhatu- BBO Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Oromiyaatti bara kana barattoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 61fi 896 qormaata seensa Yuunifarsiitii kan fudhatan ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Idil Addunyaa Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo eegalan Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo guddaa ta’e eegaluu gabaafame. Biyyoonni lameen shaakala loltummaa kana kan eegalan Kooriyaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Shaday magaalaa Saqoxaatti kabajamuu eegale Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ayyaanni Shaday naannoo Amaaraa magaalaa Saqoxaatti haala ho’aan kabajamuu eegaleera. Ayyaanicharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira…
Oduu biyya keessaa Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 6 taasiste Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Paawundii miiliyoona 6 taasisuu ibsame. Deeggarsichi lammiilee sababa walitti bu’iinsaafi hongeen miidhamaniif …
Ispoortii Atileetonni Ityoophiyaa dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziiliifi Arjentiinaatti… Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) - Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziil Riyoo Dii Jeneri’oo fi Arjentiinaa Boonas Ayirasitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 ol to’atame Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 fi 577 to’atameera. Bulchiinsa magaalaa Jimmaa Ganda Ginjootti siimkaardiwwan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti galmeen barattootaa Hagayya 23/2014 eegala-BBO Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeerotaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii idilee 12ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera. Haaluma kanaan hariiroo omishtootaa fi omishistota…
Oduu biyya keessaa Rakkoo balallii Kaartuum- Finfinneerratti mudate qorachaan jira- Daandii qilleensichaa Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa rakkoo balallii xiyyaara imaltootaa Kaartuum-Finfinnee balali’aa turerratti mudate ilaalchisee qorannoo taasisaa jiraachuu…