Ityoophiyaan nageenya gaanfa Afrikaaf biyya murteessaa taatedha jedhame
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Jarmmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Salamoon Ministeera Dhimma Alaa Jarmanitti Jeneraal Daayrektara Dhimmoota Afrikaa, Giddugala Bahaafi Laatiin…