Oduu biyya keessaa Filannoo naannawaarratti mariin gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa marii filannoo naannawaa gaggeessuuf dandeessisurratti qaamolee dhimmamtootaa waliin mari’achaa jira. Qorannoo boordichi…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 15, 2022 0 Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa qabeenya uumamaa keenya bade deebiseera- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC)- Ashaaraan Magariisaa qabeenya uumamaa keenya bade deebiseera jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayiif Midhaan meetiriktoonii kuma 240 ergamuu ibsame Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC)- Naannoo Tigraayiif hanga ammaatti midhaan nyaataa meetiriktoonii kumni dhibbi 2 fi kumni 40 oliifi Birrii biiliyoonni 2.9 ergamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Magaalaa Harar galan Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Harar galaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalicha gahan hoggantoota olaanoo naannichaan…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Atileetotaa duudhaa ijifannoo Ityoophiyaa dhalootaaf darbu ta’uu mul’isa- TKM Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Injifannoo boonsaan Atileetota Ityoophiyaa duudhaa ijifannoo Ityoophiyaa dhalootaaf darbu ta’uu kan mul’isu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Murtoowwan Walga’ii Idilee 11ffaa Manni Maree Ministeerotaa Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii Idilee 11ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa Sanada…
Ispoortii Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa fi beekamtii Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Afyaa’iin Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 110tti shallagaman to’ataman Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Adoolessa 29- Hagayya 5,2014tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 10tti tilmaamaman to’atamuu ibsame. Hordoffii…
Idil Addunyaa Daldalli Raashiyaa- Chaayinaa guddina olaanaarra gahuu gabaafame Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Hariiroon dinagdee Raashiyaafi Chaayinaa guddina olaanaa argisiisaa jiraachuu gabaafameera. Bara kana bittaafi gurgurtaan biyyoota lameen gidduutti…