Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaadhas Irbaatas-TKM Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaas Irbaatas ta’uuTajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi tarbaayinni 2ffaan Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne- Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne jedhe Paartiin Badhaadhinaa. Paartichi Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa cimee akka itti fufu gaafatame Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa damee hundaan cimee akka itti fufu gaafatan. Manneen mare kunnee…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluusaatiin Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pirootokooliin mirga dubartootaa Afrikaa dubartoota hundarratti hojiirra oola jedhame Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Pirootokooliin mirga dubartoota Afrikaa dubartoota ardichaa hundarratti hojiirra kan oolu ta’uu Pirezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.…
Ispoortii Fiigicha Daayimand Liigii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii eda Moonaakootti gaggeeffameen Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo injifateerti. Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo fiigicha gufachiisaa…
Oduu biyya keessaa Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’ee isaa ba’achuu qaba- Pirof. Masfin Aarayaa Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Biyya waloo ijaaruuf hundi ga’eesaa ba’achuu akka qabu Komishinarri Olaanaan Komishiniin Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Aarayaan ibsan. Mariin…
Oduu biyya keessaa Godina Wallaggaaa Bahaatti tarkaanfiin Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ibsame Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Godina Wallaggaa Bahaa aanaalee garaagaraa keessatti tarkaanfiin garee shororkeessaa Shaneerratti fudhatamu cimee itti fufuu ajajaa olaanaan kutaa waraanaa…
Idil Addunyaa Abuu Daabiitti ho’ina qilleensaan lubbuun namoota 4 darbe Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Baatiiwwan lamaan darbanitti Emereetota Araba Gamtoomaniitti ho’i qilleensaa sadarkaa olaanaan dabaluu isaan lubbuun namoota 4f darbuu gabaafame. Namoota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Hindiin walta’iinsa dame hawaasummaan qaban cimsuuf walii galan Ayana Dheressa Aug 9, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Ministira Ministeera Haqaa Haawaasummaa fi Gahumsaa Hindii Dooktar…