Oduu biyya keessaa Taariifa geejjibaarratti faayya’iinsi taasifame Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- sababa gatiin boba’aa fi meeshaalee jijjiirraa konkolaataa dabaleef taariifa geejjibaarratti fooyya’iinsi taasifamuu Ministeerri Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaleera- MM Abiy Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Rakkoon garaagaraa osoo jiruu galiin biyyattii dabaluu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan. Ityoophiyaan dhiibbaa rakkoolee garaagaraa jala…
Oduu biyya keessaa Jabaannee hojjechuun biyya diinaaf hin jilbeeffanne ta’uu Keenya mul’isuu qabna-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Biqiltuu dhaabaa hojii misoomaa jabaannee hojjechuun biyya diinaaf hin jilbeeffanne ta’uu Keenya mul’isuu qabna jedhanMuummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan eegale Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 4ffaan ifatti eegaleera. Preezdaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan…
Oduu biyya keessaa Biyyi Kamiyyuu Ityoophiyaa Waliin wal waraanee Injifachuus ta’e Ityoophiyaa diiguu hin danda’u-MM… Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30,2014 (FBC)- Biyyi Kamiyyuu Ityoophiyaa Waliin wal waraanee Injifachuus ta’e Ityoophiyaa diiguu hin danda’u jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Muummeen…
Teeknooloojii Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa qopheessuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu… Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa qopheessuuf qophii gahaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii ibse.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Yuuniiskootti miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa taate Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yuuniiskootti miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa ta’uun filatamte. Yaa’ii waliigalaa 9ffaa Konveenshinii eegumsa hambaalee…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad argamanitti wixinee baajataa 2015… Ayana Dheressa Jul 7, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 6ffaa guyyaa har’aa gaggeessurratti Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29,2014 (FBC)- Guyyaa hardhaa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 24 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii konteeyinarri 2 to’atame Ayana Dheressa Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii uffataa fi kophee konteeyinarri 2 to’atamuu ibsame. Poolisiin magaalaa Finfinnee hordoffii Tajaajila Nageenyaa…