Riifoormiin Raayyaa Ittisaa ajaja paartii jalaa ba’ee raayyaa uummataa fi biyyaa akka ta’u…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Riifoormiin Raayyaa Ittisaa Biyyaa raayyichi ajaja paartii jalaa ba’ee raayyaa uummataa fi biyyaa akka ta’u taasisuu ibsame.
Riifoormichi raayyaan…