Sirreeffamni hirphaa boba’aarratti taasifamu haala dhiibbaa diinagdee fi hawaasummaa hin uumneen…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Sirreeffamni hirpha boba’aarratti taasifamu haala dhiibbaa diinagdee fi hawaasummaa hin uumneen kan taasifamu ta’uu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii…