Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira Shanee ni fashaleessina…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira garee shororkeessaa Shanee fi garee farreen nageenyaa biroo kan fashaleessan…