Author
Ayana Dheressa 6205 posts
Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan qopheessummaa Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinneen Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira.
Agarsiisichi…
Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” tajaajila isaa keessaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” jehamu tajaajila isaa keessaa baasuu beeksise.
Yeroo ammaa…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Ambaasaaddar Tiiboor Naazh waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ittaanaa Ministira Ministeeraa Dhimma Alaa Dhimmoota Afrikaa…
Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti hoggantoonni…
Waltajjiin marii “Addis Wag” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii “Addis Wag” Waajjira Prees Seekretariyaatii Muummee Ministeeraan qophaa’u guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsameera.
Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu…
Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2’n Kitaabilee kuma 15 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2'n Kitaabilee kuma 15 fi 400 arjoome.
Dhaabbatichi Kitaabilee afaan biyya keessaa fi…
Dhaabbatichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni ‘Hundee Oromo Grass Root Development Initiative’’ jedhamu horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen Miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Turkiyyeen bara 2023tti gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Turkiyyeen kurmaana jalqabaa bara 2023tti guyyaa guyyaan gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara biyya keessaatti…